Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 25

6 Ee Mootii Waan Maraa,

marartii teetii guddo’oo fi

jaalala keeti ka bara baraa,

ka durii jalqaddee mudhitte yaadadhu.

7 Ee Mootii Waan Maraa, ati dansaa waan teeteef,

akka jaalala keeti ka bara baraatitti

naa yaadadhu malee,

cubbuu dargaggummaa tiyyaa

yookiin yakkaa tiyya hin yaadatin.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também