8 Mootiin Waan Maraa dansa’aa fi
balchaa waan te’eef,
inni cubbaaleyyii daandii ifii barsiisa.
9 Inni worra gad ifi qabu haqaan sooressaa,
karaa ifiille isaan hin barsiisa.
8 Mootiin Waan Maraa dansa’aa fi
balchaa waan te’eef,
inni cubbaaleyyii daandii ifii barsiisa.
9 Inni worra gad ifi qabu haqaan sooressaa,
karaa ifiille isaan hin barsiisa.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.