Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 27

4 Ani waan tokko Mootii Waan Maraa gaafadha;

isiille dhaggatuu barbaada:

bara jiruu tiyyaa mara

mana Mootii Waan Maraa keessa akka le’u,

dansummaa isaa akka dhaggu,

Dunkaanii Woyyittii isaa keessatti

akka isa barbaadadhu.

5 Inni guyyaa rakkinnaa

mana ifii keessatti na hin eega;

Dunkaanii Woyyittii ifii keessatti na hin dhossa;

rassaa irratti ol na hin baasa.

Veja também