Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 33

Faaruu Leellisaa

1 Isin balchooti Mootii Waan Maraatiin gammada’a.

Worri qajeelaan isa leellisuu barbaachisa.

2 Maasinqo’oon Mootii Waan Maraa leellisa’a!

Kiraara guddicha ribuu kudhaniitiin isaaf faarsa’a.

3 Faaruu haareya isaaf faarsa’a;

kiraara guddicha akka dansaa dhowa’a;

gammadaan, «Ilili!» jedha’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também