Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 33

17 Fardi lolaa injifatiisaaf addii bu’aa hin qanne;

jabeenni guddaan isaalle nama baasuu hin dande’u.

18 Ilti Mootii Waan Maraa ammoo worra isa sodaatu,

worra jaalala isaa ka bara baraatitti addatu ilaalti.

19 Inni du’a irraa isaan hambura;

bara beelaalle jiru’uun isaan eega.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também