Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 33

20 Lubbuun teenna addi’iin Mootii Waan Maraa eegatti;

inni qarqaaraa keenna; wontee teennalle’e.

21 Maqaa isaa woyyichatti waan addannuuf,

gadhaan keenna isatti gammada.

22 Ee Mootii Waan Maraa,

akkuma nuuti addii si godhane,

jaalalli keeti ka bara baraa nu irratti te’uu ti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também