Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 37

16 Karra nama hama’aa hedduu caalaa,

karra nama balcha’aa diqqoo woyya.

17 Hunni worra hamaaleyyi’ii hin caddi;

worra balchoolee ammoo

Mootiin Waan Maraa hin utuba.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também