Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 37

18 Mootiin Waan Maraa

worra komii hin qanne guyyuma guyya’aan eega;

kennansi inni isaanii kenne

haga bara baraa hin badu.

19 Isaan yennaa hantuu keessalle hin salphatanu;

bara beelaalle hin quufan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também