Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 37

25 Ani dur dargageessa; amma dulloomeera;

ani Mootiin Waan Maraa nama balchaa gateeruun,

yookiin ijoolleen isaa sagalee kadhattuun

ijjumaa dhaggee hin beeku.

26 Nami balchaan yennaa mara arjumma’aan kenna;

hin liqeessalle’e;

sanyiin isaalle worra dhibi’iif eebba hin teeti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também