Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 37

3 Mootii Waan Maraatitti addadhuu waan dansaa godhi;

biyya keessa nageyaan le’i.

4 Mootii Waan Maraatitti gammadi;

inni halchaa gadhaa keetii si’iif hin kenna.

5 Karaa keeti Mootii Waan Maraatitti kennadhu;

isa addadhu; innille si’iif hin milkeessa.

6 Inni balchummaa teeti akka ifaa,

haqa haajaa keetii akka aduu saafowaa hin godha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também