Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 37

39 Mootiin Waan Maraa balchoolee hin baasa;

yennaa rakkinnaa addeen isaan itti baqatanu isa.

40 Isaan Mootii Waan Maraatitti waan baqatanuuf,

inni isaan qarqaaree, isaan baasa;

inni harka worra hamaaleyyi’ii irraa

isaan baasee, isaan hambura.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também