Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 39

Jiruu Namaa Gabaadduu

Faaruu Daawitii, Sooressa faarfattootaa Yedutu’uuf.

1 Ani, «Arraba kiyyaan cubbuu akka hin dubbanne

lafa dhaqu maratti ifi hin eegadha;

haga nami hamaan na bira jiru,

ani womaa hin dubbadhu» jedheera.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também