Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 40

Faaruu Leellisaa

Faaruu Daawitii, sooressa faarfattootaatiif.

1 Ani ossaan Mootii Waan Maraa eegadhe;

innille gara kiyya deebi’ee iyya tiyya dhage’e.

2 Inni boolla caffa’aa,

linxixxoo dhoqqe’ee keessaa na baase.

Inni miila kiyya rassaa irra dhaabbachiisee,

addee jadduu ani ideemu naa kenne.

Veja também