Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 44

6 Ani guubee tiyyatti hin addadhu;

shallaagaan kiyyalle injifachaa naaf hin kennu.

7 Ati ammoo diinota keenna irratti

injifachaa nuuf kennitee,

worra nu jibbu qaanessite.

8 Nuuti guyyaa mara si Waaqaan ifi jajanna;

maqaa keetille haga bara baraa hin leellifanna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também