Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 51

2 Yakkaa tiyya mara dhiqii balleessi;

cubbuu tiyya irraa na qulqulleessi.

3 Ani yakkaa tiyya waan beekuuf,

yennaa mara cubbuun tiyya

fuula kiyya dura jirti.

4 Ani si irratti ka’ee, si qofa yakkee,

waan hantuu si duratti godhe.

Tanaaf dubbiin ati na irratti dubbatte dhuga’a;

muraan ati natti murtelle haqa.

Veja também