3 Ani yennaa sodaadhu,
si’itti addadha.
4 Marroo jecha isaatiif, isa leellifadha;
ani Waaqatti addadha; hin sodaadhu;
nami foonii maan na godhuu dande’a?
3 Ani yennaa sodaadhu,
si’itti addadha.
4 Marroo jecha isaatiif, isa leellifadha;
ani Waaqatti addadha; hin sodaadhu;
nami foonii maan na godhuu dande’a?
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.