Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 59

16 Ati guyyaa rakkinnaa gollaa kiyya,

addee ani itti baqadhulle waan teeteef,

marroo jabeenna keetiitii fi

marroo jaalala keeti ka bara baraa

ganama mara hin faarfadha.

17 Ee Waaqa, ati gollaa kiyya,

Waaqa na jaalatu,

ee jabeenna kiyya,

faaruu leellisaa sii dhikeessa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também