Daadimata Diinota Jalaa Bayiisaaf Dhikaate
Sooressa faarfattootaatiif, faaruu Daawitii ta meya ribu’uutiin faarfatante.
1 Ee Waaqa, iyya tiyya dhage’i;
daadimata kiyya caqasi.
2 Addii kutadhee,
qaccee lafaa irraa si waammadha;
Gara rassaa na caalaa
ol ka’eeruu san na geessi.