26 Isaan worra ati dhaante ari’an;
marroo farra worra ati madeessitee haasowan.
27 Yakkaa ifii irratti
yakkaa akka dabalatanuuf isaan lakkisi;
gara balchummaa teetii isaan hin fidin.
28 Maqaan isaanii
galmee worra jiraata’aa keessaa haqamuu ti;
isaan worra balchoolee woliin hin galmeeffamin.