Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 72

10 Moototi Tarshiishii, ta oddoola keessaa,

gibira isaaf fidanuu ti;

moototi Sheeba’aatii fi Saaba’aalle

kennansa isaaf dhikeessanuu ti.

11 Moototi marti isaaf sagadanuu ti;

gosi biyya adda addaa marti isa tajaajilanuu ti.

Veja também