6 Ulfinni baya adu’uu irraa,
yookiin seensa adu’uu irraa,
yookiin goomolee keessaa hin dhufu.
7 Muraa ka kennu ammoo Waaqa;
inni tokko gadi qabee,
kaan ol hin qaba.
6 Ulfinni baya adu’uu irraa,
yookiin seensa adu’uu irraa,
yookiin goomolee keessaa hin dhufu.
7 Muraa ka kennu ammoo Waaqa;
inni tokko gadi qabee,
kaan ol hin qaba.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.