Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 9

7 Mootiin Waan Maraa ammoo

haga bara baraa bulcha;

inni mura’aaf,

barcumaa mootumma’aa ka ifii

jabeessee dhaabbateera.

8 Inni balchumma’aan biyya lafaa hin bulcha;

gosa biyya adda addaa haqaan bulcha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também