Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 90

Waaqi Dande’aa Bara Baraa Akka Te’e

Daadimata Muusee Nama Waaqaa

1 Ee Gootta’a, ati dhalootaa haga dhalootaatitti,

addee itti baqannu nuuf teeteerta.

2 Gaarri adoo hin dadamin dura,

yookiin ati lafaa fi biyya lafaa adoo hin dadin dura,

baraa haga bara baraatitti ati Waaqa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também