Hujii Isaatiif Mootii Waan Maraa Leellisuu
Faaruu Guyyaa Sanbataa
1 Ee Mootii Waan Maraa, si leellisuun
Ee Waaqa Ol Aana’a,
maqaa keetiif faaruu leellisaa dhikeessuun dansa’a.
2 Jaalala keeti ka bara baraa ganamaan,
addatamummaa teeti halkaniin lallabuun,