Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 92

14 Isaan akka muka dullummaa keessa midhaan buusuu,

ka yennaa mara bisille’ee

hin te’an.

15 Isaan, «Mootiin Waan Maraa sirri’i;

inni rassaa ani itti baqadhu;

isa keessa hammeenni hin jiru» jedhan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também