Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 1

Karaa Lama

1 Nami gorsa hamaaleyyi’iitiin hin ideenne,

ka karaa cubbaaleyyi’ii hin hordonne,

ka worra busheeshu woliin tokkummaa hin qanne,

ka gammade.

2 Nami akkasii ammoo

seera Mootii Waan Maraatiin gammada;

halkanii fi guyyaa seeruma isaa yaadata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também