Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 103

17 Jaalalli bara baraa

ka Mootii Waan Maraa ammoo

bara baraa haga bara baraatitti,

worra isa sodaatu woliin hin jiraata;

balchummaan isaalle

ijoollee ijoollee isaa woliin hin jiraatti.

18 Kunille worra gondooroo isaa eegatanuu fi

worra ajaja isaa muummessiisaaf qaabatanuuf te’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também