Baasa Waaqi Kolbaa Israa’eliitiif Godhe
1 Mootii Waan Maraa galateeffadha’a;
maqaa isaa waammadha’a;
waan inni huje
gosa biyya adda addaa oddu’utti beessisa’a.
1 Mootii Waan Maraa galateeffadha’a;
maqaa isaa waammadha’a;
waan inni huje
gosa biyya adda addaa oddu’utti beessisa’a.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.