Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 121

Ka Nu Eegu Waaqa

Faaruu Ittiin Ol bayanu

1 Ani ila tiyyaan gara koobaa ol ilaale;

qarqaarsi kiyya eessaa dhufa?

2 Qarqaarsi kiyya ka ol-gubbaaa fi lafa dade,

Mootii Waan Maraa biraa dhufa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também