35 Wontee teeti ta fayyinnaa naa kennitee,
harki keeti middichi na qarqaare;
qarqaarsi keeti guddaa na godhe.
36 Karaa ideemmaa tiyyaa naaf badhitte;
miilli kiyya hin mucucaanne.
35 Wontee teeti ta fayyinnaa naa kennitee,
harki keeti middichi na qarqaare;
qarqaarsi keeti guddaa na godhe.
36 Karaa ideemmaa tiyyaa naaf badhitte;
miilli kiyya hin mucucaanne.