Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 18

6 Rakkinna kiyya keessatti

ani Mootii Waan Maraa kiyya waammadhe;

akka na qarqaaruuf,

Waaqa kiyyatti iyye.

Inni Dunkaanii Woyyittii ifii keessaa

qoonqoo tiyya dhage’e;

iyya tiyyalle caqase.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também