Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 21

7 Mootichi Mootii Waan Maraatitti addata;

sababa jaalala bara baraa ka Waaqa Ol Aana’aatiif,

inni hin raafamu.

8 Harki keeti diinota keeti mara hin dhowa;

harki keeti middichi worra si jibbu hin qaba.

9 Ati yennaa mudhattu,

akka barbada ibiddaa isaan gudda.

Mufii teetiin isaan hin fixa;

ibiddi isaan luxub godha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também