Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 24

3 Gara kooba Mootii Waan Maraa ka ol bayu eennu?

Dunkaanii isaa woyyittii keessa ka dhaabbatu eennu?

4 Nama harka qulqullu’uutii fi gadhaa qullu’uu,

ka waaqota dharaa hin waaqonfanne,

ka sobaan hin kakanne qofa.

5 Inni Mootii Waan Maraa biraa eebba,

Waaqa fayyisaa biraa balchummaa hin dhaggata.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também