20 Na eegi; na baasi;
Ani waan sitti baqadheef,
akka ani fokkifadhu na hin godhin.
21 Ani addi’iin waan si eegadhuuf,
addatamumma’aa fi qajeelummaan na eeganuu ti;
20 Na eegi; na baasi;
Ani waan sitti baqadheef,
akka ani fokkifadhu na hin godhin.
21 Ani addi’iin waan si eegadhuuf,
addatamumma’aa fi qajeelummaan na eeganuu ti;