3 Qoonqoon Mootii Waan Maraa
abbaayaa guddittii irraa dhage’anti;
Waaqi ulfinnaa, Mootiin Waan Maraa
abbaayaa irraa mandi’a.
4 Qoonqoon Mootii Waan Maraa hunnaametti’i;
qoonqoon Mootii Waan Maraa arnya qabeetti’i.
5 Qoonqoon Mootii Waan Maraa
hindheensa caccassiti;
Mootiin Waan Maraa
hindheensa Libaanoniituu hin caccassa.