Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 34

11 Ee ijoolle! Gara kiyya kowa’aatii, na caqasa’a;

ani Mootii Waan Maraa sodaatiisa isin hin barsiisa.

12 Ka jiruu jaalatu,

waan dansaa dhaggiisaafille

bara hedduu ka halchu eennu?

13 Arraba keeti waan hantuu irraa,

hidhii teeti soba dubbatiisa irraa eegadhu.

14 Waan hantuu irraa fagaadhuutii,

waan dansaa godhi;

nageya barbaadiitii,

gula deemi.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também