Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 34

8 Mootiin Waan Maraa attam attam dansaa akka te’e

qorqora’aatii ilaala’a;

nami isatti baqatu ka gammade.

9 Worri Mootii Waan Maraa sodaatu

womaa waan hin dhanneef,

isin worri isaaf woyyoontane,

Mootii Waan Maraa sodaadha’a.

10 Dardarooti neenqaatuu dhabanee hin beelotan;

worri Mootii Waan Maraa barbaadu ammoo

waan dansaa hin dhabu.

11 Ee ijoolle! Gara kiyya kowa’aatii, na caqasa’a;

ani Mootii Waan Maraa sodaatiisa isin hin barsiisa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também