Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 41

Daadimata Yennaa Dhibe’ee

Faaruu Daawitii, sooressa faarfattootaatiif.

1 Nami worra hiyyeeyyi’iif yaadu ka gammade;

guyyaa rakkinnaa, Mootiin Waan Maraa isa hin baasa.

2 Mootiin Waan Maraa isa hin eega;

jiruulle’een isa hin leesisa;

inni lafa irratti isa hin gammachiisa;

halchaa diinotaatiifille dabarsee isa hin kennu.

3 Taqee inni dhibamee irra jiru irratti

Mootiin Waan Maraa isa hin qarqaara;

fayyisee taqee dhibo’oo irraa isa hin kaasa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também