Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 42

4 Ani gumii san woliin,

gumii jila jilifattu woliin,

ililleetti’ii fi faaruu galataatiin,

gogeessaan sooressaa

gara Galma Waaqaa attam akka deeme yennaa qaabadhu,

gadhaan kiyya gaddaan na bada.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também