Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Faaru'uu 62

5 Lubbuun tiyya Waaqa qofa cadhittee eeggatti;

addiin tiyya isa irraa naa dhutti.

6 Inni callaan rassaa kiyyaa fi fayyinna kiyya;

inni kushee tiyya; ani ijjumaa hin raafamu.

7 Fayyinnii fi ulfinni kiyya Waaqa irraa dhufe;

inni rassaa jabaa kiyya; addee ani itti baqadhulle’e.

8 Ee kolba’a, yennaa mara Waaqatti addadha’a;

Waaqi ka itti baqannu waan te’eef,

yaada gadhaa keessanii mara itti himadha’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também