17 Ee Waaqa, dargaggummaa tiyyaa jalqaddee,
ati na barsiitteerta;
ani haga ammaa hujii teeti ta maade'ee odeessa.
18 Hunna teeti dhaloota dhufuuf,
hujii teeti ta maade'ee worra dhufu'uu jiru maraaf,
haga odeessutti
ani dulloomee arrii baasulle,
Ee Waaqa, na hin lakkisin.