Daadimata Nama Booji’amee
Wolaloo ilmaan Qoraahii, sooressa faarfattootaatiif.
1 Akkuma gadansi bisaan yaa’u dharra’u,
Ee Waaqa, anille si dharra’a.
2 Lubbuun tiyya Waaqa,
Waaqa jiraataa dheebotti;
ani yoom dhaqee fuula isaa
dhagguu dande’a ree?
1 Akkuma gadansi bisaan yaa’u dharra’u,
Ee Waaqa, anille si dharra’a.
2 Lubbuun tiyya Waaqa,
Waaqa jiraataa dheebotti;
ani yoom dhaqee fuula isaa
dhagguu dande’a ree?
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.