Pular para o conteúdo
Publicidade

Salmos 8

3 Ani ol-gubbaa ati dadde,

hujii harka keetii,

ji’aa fi urjoota ati dadde

yennaa ilaalu,

4 akka ati isaaf yaadattuuf,

nami maan inni?

Akka ati isa kunuunsituuf,

ilmi namaa maan inni?

5 Ati diqquma Waaqa8:5 Diqquma Waaqa isa hanqitte: Hiikkaan afaan Giriikii Ergantoota Waaqaa isa hanqitte jedha. isa hanqittee,

kallacha guddinnaa fi ulfinnaa itti keette.

Veja também