Waaqa Muraa Haqaa Muruuf Galata Dhikaate
Sooressa faarfattootaatiif, faaruu Daawitii ta akka yoyyoma faaruu, «Du’a ilmaa» jedhantee beekkantutti faarfatante.
1 Ee Mootii Waan Maraa, ani gadhaa tokkochaan si leellisa;
baasa ati goote mara hin odeessa.