1 Yaa lubbuu ko, Rabbii Allaah eebbisi.
Rabbii Allaah, Allaah ko, ati akka malee guddaa dha;
miidhaginaa fi surraa uffatteerta.
35 Cubbamoonni lafa irraa haa badan;
hamoonnis siʼachi hin jiraatin.
Yaa lubbuu koo Rabbii Allaah eebbisi.
Haalleluuyaa.
1 Yaa lubbuu ko, Rabbii Allaah eebbisi.
Rabbii Allaah, Allaah ko, ati akka malee guddaa dha;
miidhaginaa fi surraa uffatteerta.
35 Cubbamoonni lafa irraa haa badan;
hamoonnis siʼachi hin jiraatin.
Yaa lubbuu koo Rabbii Allaah eebbisi.
Haalleluuyaa.
1 ያ ሉቡኮ፣ ዋቀዮን ኤብስ።
ያ ዋቀዮ፣ ዋቀኮ፣ አት አከ መሌ ጉዳዸ፤
ሚዸግናፊ ሱራ ኡፈቴርተ።
35 ጩበሞትን ለፈራ ሃበደን፤
ሀሞንስ ስአች ህንጅራትን።
ያ ሉቡኮ ዋቀዮን ኤብስ።
ሃሌሉያ።
1 Yaa lubbuu ko, Waaqayyoon eebbisi.
Yaa Waaqayyo, Waaqa ko, ati akka malee guddaa dha;
miidhaginaa fi surraa uffatteerta.
35 Cubbamoonni lafa irraa haa badan;
hamoonnis siʼachi hin jiraatin.
Yaa lubbuu koo Waaqayyoon eebbisi.
Haalleluuyaa.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.