Pular para o conteúdo
Publicidade

Zabuuriiwwan 139

17 Yaa Allaah, yaada kee hubachuun akkam ulfaata!

Baayʼinni isaas akkam guddaa dha!

18 Utuu ani isaan lakkaaʼee jiraadhee,

silaa lakkoobsi isaanii cirracha irra baayʼata.

Ani yeroon dammaqutti, amma iyyuu suma wajjinan jira.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também