23 Yaa Allaah, na sakattaʼi; garaa koos beeki;
qoriitii na ilaali; yaada koos beeki.
24 Yoo karaan hamminaa na keessa jiraate mee ilaali;
karaa bara baraa irras na adeemsisi.
23 Yaa Allaah, na sakattaʼi; garaa koos beeki;
qoriitii na ilaali; yaada koos beeki.
24 Yoo karaan hamminaa na keessa jiraate mee ilaali;
karaa bara baraa irras na adeemsisi.