Pular para o conteúdo
Publicidade

Zabuuriiwwan 144

1 Rabbii Allaahan kattaa koo,

isa harka koo waraanaaf,

quba koos lolaaf leenjisu sanaaf galanni haa gaʼu.

2 Inni Allaah na jaallatuu fi daʼoo koo ti;

iddoo ani itti daʼadhuu fi fayyisaa koo ti.

Gaachana koo, iddoo ani itti kooluu galu,

kan na jalatti saba naaf bulchuu dha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também