1 Yaa Allaah, iyyata koo dhagaʼi;
duʼaa koos dhaggeeffadhu.
2 Yeroo garaan koo citetti,
ani handaara lafaatii sin waammadha;
ati gara kattaa na caalaa ol dheeratuutti na geessi.
1 Yaa Allaah, iyyata koo dhagaʼi;
duʼaa koos dhaggeeffadhu.
2 Yeroo garaan koo citetti,
ani handaara lafaatii sin waammadha;
ati gara kattaa na caalaa ol dheeratuutti na geessi.