Pular para o conteúdo
Publicidade

Zabuuriiwwan 66

1 Isin lafti hundinuu ililleedhaan gara Allaahatti iyyaa!

2 Ulfina maqaa isaa faarfadhaa;

galata isaatiifis ulfina kennaa!

3 Allaahan akkana jedhaa;

"Hojiin kee akkam sodaachisaa dha!

Sababii humni kee guddaa taʼeef,

diinonni kee fuula kee duratti hollatu.

4 Lafti hundinuu siif sagadu;

faarfannaa galataa siif faarfatu;

maqaa keetiifis faarfatu."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também